header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

363: zinaa dalaguu fi ilmoo ifirraa baasuu kamtu irra laaftuudha?

Estimated reading time: 1 min

zinaa dalaguu fi ilmoo ifirraa baasuu kamtu irra laaftuudha?

 

 

 

 

Deebisaa: zinaan min akbaril kabaa’ir.  shirkitti ta aantu zina jabeenna isii irraan namni fuudhe ajjeefamuun, jabeenni isii irraan namni dardaraa intalti dubraa xilaan garafamanii biyya irraa ari’amuun guddina ma’asiyaa tanaa irraayi . Ammoo ilmoo if irraa baasuun haala namni kun ilmoo if irraa baaseen ilaallama yoo ilmoo if irraa baaste karaa hospitaalaatiin yoo ilmoon tun guddatte haati ni duuti jedhanii of irraa baasuu qabdi jedhanii wonni baatii takkaa baatii lamaa homaa hin qabu. Yoo ammoo tanummaan nagayaa miskiinummaa sodaatiif waan akkanaatiif ka if irraa baastu taate wonni baatii takkaa fi lama hin dabrin wonni isii irra jiru ganaa waan akkanaa itti hin deebi’u jettee toowbaa rabbii isii irraa araarama kadhachuudha ma’aasiyaa gurguddoo irraayi ilmoo if irraa baasuun.  yoo ilmoon san ammoo ilmoo baatii afurii tan lubbuun itti uumamte taate tuni gumaalleen irra jira akkuma san kaffaaraan baatii lama soomanuu illee irra jira jechu lubbuu ajjeefteef

 

Dr Luwaa’ul Islaam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 420

Kanas dubbisi!

365: Ilmoo zinaa ifirraa baasuun akkam?
361: Sagaggaalummaan hukmii shari’aatti akkami?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button