header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

384: Ajnabii wojjiin haasawni dheeraan akkam?

Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: ani garee adda addaa keessa da’awaadhaaf dalaga, yeroo garii nama ajnabii wojjiin haasawaa sababaa garee kana kaddamuutiin keessa jira hukmiin kun maali?

 

 

 

 

 

Deebisaa: nama dhiiraatiin haasawuu dhabuutu irra woyya kidmaan da’awaa tama rabbi jaalatuun tahuutu gaari yeroo hedduu namni dhiiraatiifi namni intalaa ajnabiin woliin haasawan yoo nama rabbi sodaatu ta’ee gaafii diinii gaafatan taate malee namni dhiiraa intala ajnabiitiin wojji haasawuu dhiisuutu irra caalaadha. fitnaan karaa nama seenuun hin beekani . Nama hedduutu kheeyrii barbaadaaf seenee sharrii itti taatee fitnaan sheeyxaanni haalata guddaa irraan gayetu jira

 

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 111

Kanas dubbisi!

387: Dubartii aadaa qabdu wojjiin rafuun maaliif haraam godhame?
382: Jaartii tiyya na jalaa hatanii yeroo dheeraa booda naaf deebite. deebifachuu dandahaa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button