header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

386: Ishaa’ii darbuu gahe magriiba wojjin akkamitti jam’ii godha?

  • Home
  • Salaata
  • 386: Ishaa’ii darbuu gahe magriiba wojjin akkamitti jam’ii godha?
Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii : yoo magriibni na darbee ishaa’iillee qadaa baasuudhaaf ta’u intalti an bira dalagu dura ishaa salaattee eegasii magriiba salaatta naan jettii hukmiin kun akkam?

 

 

 

 

Deebisaa: salaata dura waajiba ta’etu salaatamuu qaba obboleewwan kiyya salaata dura waajiba ta’e ka si darbe san dura salaatteeti eegasii ka itti aanu salaatta malee ka dabarte kaan dhiiftee kaan hin salaattu . Garuu ulamaan islaamaa gariin waan jedhan yoo salaatni lammataa kun ka si darbu taate lama si darbuu irra amma ka si darbaa jiru kana dhaqqabadhuu eegasii kaan salaatii jedhan yoo kan sin dabarre taate garuu ka dura wojjabe san salaatuu qabdaa jechuudha

 

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 161

Kanas dubbisi!

392: zuhriin duratti jamratal aqabaa jamratal wusxaa wolkubraa namni darbate maal qaba?
385: Wudu’a wal keessa laaqaa wudu’achuun akkam?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button