header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

392: zuhriin duratti jamratal aqabaa jamratal wusxaa wolkubraa namni darbate maal qaba?

Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: namni tokko yoo zuhriidhaan duratti jamratal aqabaa jamratal wusxaa wolkubraa darbate maal qaba?

 

 

 

 

 

 

Deebisaa: ulamaan islaamaa jamratal aqabaa darbachuu keessatti fataawaa adda addaa godhanii jiranii fataawaa san laallachuun barbaachisaadha ulamaa yeroo san achi jirullee gaafachuun barbaachisa. Zuhrii dura hin darbanne rasuulli rabbii ? guyyaa 12ffaatiif 13ffaa zuhrii  dura hin darbanne jechu ka ganama gaafa guyyaa 10 san malee guyyaa kudha tokkoo kudha lamaa kudha sadii san zuhrii booda darbachuutu sunnaadha jechu

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 72

Kanas dubbisi!

394: Dubartii dhalte mormatti waa kaayuun akkam?
390: Intalti abbaa isii diddee gurbaa kaafiraa jala dabarte akkam?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button