header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

401: Namni horii saahiba gowwoomsee iraa fudhatee sadaqaa sadaqachuu ni danda’aa?

  • Home
  • Haqa Namaa
  • 401: Namni horii saahiba gowwoomsee iraa fudhatee sadaqaa sadaqachuu ni danda’aa?
Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii : namni horii saahiba isaa gowwoomsee horii isaa irraa dabarsee sadaqaa sadaqachuu barbaadaa?

 

 

 

 

Deebisaa: sadaqaan haraamaa hin taatu rabbiin waan chaafuu dhaaf waan haraamaa natti hin sadaqatinaa jedhee jira . Sadaqaa abbumatu sadaqata malee horii namaa nama jalaa fuudhanii hin sadaqatan obboleeyyan kiyya.

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 82

Kanas dubbisi!

402: Abbaa ofii hamachuun maal qaba?
398: Nama rakkoo baasa jedhanii rakkotti oofuun akkam?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button