header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

429: Wollaalummaan dhala nyaadhe dur amma akkam naaf woyya?

Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: Ribaa horii haraamaa fudhannee, gaafa san hin beeynee akkamitti ufirraa deebisuu danda’aa? Namni horii akkasi fudhate akka nama haadha ufii nikaya godhateeti jedhanii.?

 

 

 

 

Deebisaa: Suni hadiisuma Rasuula Rabbii ? Ribaan baaba torbaattamii wayi qabdii jedhe baaba ribaa keessaa ka irra xiqqaa yoo hammeenya isii beekuu feetan ka irraa xiqqaa isii akka nama haadha ufii nikaha godhateetii jedhe. Mee yoo ka xiqqaa yoo akkana ta’e ka guddaa sun akkam haa ta’uree. Kanaafuu shariyaan islaamaa daqiiqaa ati dhageessee baratte sanirraa mulqadhuu keessaa ka’ii jedha. Waan ribaa ka fuute deebisii ka dhala isii eeggattu dhiisi. Akkuma aayaatn qurana dubbatu san jechu waa takka faayidaa isii hin eeggatinaa waannaa horii keessan qofa deebifadha keessaa baqadhaa jedha shariyaan Rabbii guddaa.

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 2
Views: 342

Kanas dubbisi!

431: Osoo jaartii halaalaa qabuu zinaa namni dalagu nikahni isaa akkam?
427: Nama raaga bira dhaqe Salaanni isaa akkam?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button