header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

448: Qur’aana irraa yoo qara’eef yoo jawwaala irraa qara’e maal adda jira?

Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: Qur’aana irraa yoo qara’eef yoo jawwaala irraa qara’e maal adda jira?

 

 

 

 

 

Deebisaa: Wanni ati qaraate sun yoo qur’aana ta’e adda hin jiru. Garuu wanni adda jiruun jawwaala kee yoo kiisa kaayattee mana fincaanii seente humaa hin qabu. Garuu qur’aana fuutee mana sagaraa seenuun hin jaalatamu. Yoo namni bakka kaayu dhabe malee jedhan. Sawwaabatti akkuma tokkoo.

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 158

Kanas dubbisi!

450: Guyyaa qabbanti jabduun jirtu dhiqachuu danda’amaa namni aahlii isaatiin wajji rafe?
447: Abbaan yoo nikaha godhuu dide akkam?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button