header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

454: Bulgaafannaan akkamii?

Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: Bulgaafannaan akkamii?

 

 

 

 

 

Deebisaa: Bulgaafannaan kilaafatu keessa jiraa, ummanni gariin bulgaafannaan najaasaadha jedhanii eega garaadhaa dhufeefuu, warri gariin ammo yoo bulgaafannaa garaa gadiitii dhufe taate irraa xahaarachutu gaariidha jedhan. Yoo ammo ka qoonqoo keessa ol deebi’e taate akka hancufaa taate humaa rakkoo hin qabduu jedhan Ulamaan.

 

Sheikh Alii Jimmaa

 

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 109

Kanas dubbisi!

460: Rifeensa jijjiiruun akkamii?
452: Akkamitti nama islaama hin ta’in wajji nyaadhaa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button