header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

458: Maatii kiyya akkam godha ani amma islaama ta’ee islaamatti heerumuu fedhaa?

  • Home
  • Aqiidaa
  • 458: Maatii kiyya akkam godha ani amma islaama ta’ee islaamatti heerumuu fedhaa?
Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: Duri anaa islaama hin ta’in abbaan kiyya nama islaama hin ta’inii na kennee nullee maatii islaama hin ta’inii gaafas. Amma eega islaamee nama islaamaa fuudhuuf deemaa, amrii abbaa kiyyaatiif haadha tiyyaallee didutti jiraa akkam gartanii?

 

 

 

 

Deebisaa: Karaa Rabbi hin jaalanne irratti amrii haadhaa abbaa keetii hin dhagahin. Amrii haadhaaf abbaa irra wanni jajjabduun amrii Rabbii guddaati. Kanaafuu nama islaama nama si kabajatu, ka ulfinna siiif kennu ka haqqii kee beeku, laalii itti heerumi. Yoo ati toowubattee gama Rabbii deebitee jiraatte, qulqullichuma towubatee gama Rabbii deebi’ee ulfinna siif kennu Rabbiin siif laaffisa inshaallah.

Sheikh Alii Jimmaa

 

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 192

Kanas dubbisi!

459: An Islaamummaa qabannaan maatiin kiyya na miidhuu eegale
444: Diliin kaffaaraa qabdu waan akkami?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button