header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

462: kophee baafatanii olgaragalchanii dhiisuun akkam?

Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: Namni  tokko tokko hoggaa mana seenu takkaa hoggaa mana irraa bahu kophee isaa yoo olgaragalchee dhiise haram jedhanii akkam?

 

 

 

 

Deebisaa: Haram jechuun waanuma shariyaan haram jette, halaal jechuun waanuma shariyaan halaal goote. Wanni namni afaaniin jedhu aadaadha, aadaa jaahilaa shariyaa fakkeessanii waa hin gaafatani. Waa hoodachuun islaamummaa keessatti dhoorkaadha. Kopheen feetu haa ol deebituu feetu haa gad deebitu wanni isiin namarratti rakkinna fiddu waa takkallee hin jiru.

Dr. Liwaa’ul Islam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 161

Kanas dubbisi!

464: Nama yoo dalagaa naqee waa irraa fudhadhe akkamii?
368: Iintala takka namni isii nikaha godhuu dandahu nama meeqa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button