header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

464: Nama yoo dalagaa naqee waa irraa fudhadhe akkamii?

Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: Nama yoo dalagaa naqee waa irraa fudhadhe akkamii?

 

 

 

 

 

Deebisaa: Yoo namni Dalagaa takka naa barbaadi yoo naa agarte waa siif kenna yoo siin jedhe yoo wal taatan kun humaa hin qabu hurkaa keeti. Garuu ammo namni dalagaa nama geessu nama addaan laallachuu qaba. Nama dhalaa fa’a dalagaa geessuu irraa fagaadhaa dhiirti, maaliif jennaan dhalaa kana keessa hin beeytu jechu ati, bakka isiin dhayxus waan irraa beeytu hin qabdu, kana waan ta’eef dhalaanis dhalaa akka isii beeyti  dhalaan yoo nama nayxe bakki isiin nayxe tunis bakka nagayaati moo bakka hamtu moo karaa kana cufaa ufirraa laaluu qaba namni dalagaa nama naqu. Wal miidhuuf dilii keessa waan isin naqaa keessa hin galinaa jedha Rabbiin. Kanaaf jecha karaa nagayaatin wanti ati geessitu humaa hin qabu.

Dr. Liwaa’ul Islam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 255

Kanas dubbisi!

465: Haqa haadha tiyyaa abbaa kiyyarraa fudhachuu danda’aa?
462: kophee baafatanii olgaragalchanii dhiisuun akkam?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button