header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

468: Itti heerumuuf erge wolii galee booda nama hamaa ta’uu yoo bare dhiisuu dandayaa?

  • Home
  • Dubartii
  • 468: Itti heerumuuf erge wolii galee booda nama hamaa ta’uu yoo bare dhiisuu dandayaa?
Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: Nama tokkon wal jaalannee wal heerumna jennee warra kiyyattillee dhaamee akka nikaha na gootan jedhee dhaamsa bira kaayyadhe. Garuu jala deemee eega isa qoradheen boodatti akka nama kijibaa ta’eef akka dhalaa biraa wajjiin kijibee jiruufii akka badii adda addaa qabu itti dhaqqabee waan sanirraa uf duuba deebi’e. uf duuba deebi’uu kiyya kanatti maaltu narra jira?

 

 

 

 

 

 

Deebisaa: Abbaan kankee ka si dhale nama ati hin feeneef si kennuu hin danda’u waan biraa dhiisii. Akkauma sani ufiifillee yoo jaalattee waan duraan inni sitti kijibu dhugoomsattee jaalatee  yoo isa boodaan waa dhageesse didduudhaaf mirga guutuu qabda.

 

Dr. Liwaa’ul Islam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 2
Views: 538

Kanas dubbisi!

469: Sagaleen dhalaa haraami moo halaal?
467: Intala tiyya siif kenne jechuun qofti nikaha ni jedhamaa ?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button