header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

491: Namni qur’aana beeku kan sijaaraa xuuxu imaama tahee salaachisuu ni danda’aa?

  • Home
  • Qulqullina
  • 491: Namni qur’aana beeku kan sijaaraa xuuxu imaama tahee salaachisuu ni danda’aa?
Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: Namni tokko qur’aana ni beekaa isatu namaan salaataa garuu sijaaraa xuuxaa yookaa caatii nyaataa akkam taanaa?

 

 

 

 

 

Deebisaa: Caatiif sijaaraan isaa mataa isaa gubbaadhaa dilii isaatii isin itti hidhattan salaatuun salaata keessan hin balleessu. Yoo ammoo nama qur’aana beeku ka sijaaraa hin xuuxne ka caatii hin nyaanne argattan irra isinii caalaadha.

 

Sheik Alii Jimmaa

Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 455

Kanas dubbisi!

499: Waan urgaawaa mana keessa faffacaasuun hukmii shari’aatti akkam?
486: Salaata keessa yoo dhuufan salaatni ni badaa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

One Comment

  1. Caati nyaachun haraama tahu ishii ragan jiru maali? Fkn ani yeron caati qamae ibaadati yon duran laffadhe hifadhe kakaumsa olana naf taha akkamiti harama?

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button