header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

509: Intalti amma islaamoyte akkamitti heerumuu dandeessi.?

Estimated reading time: 1 min

Gaaffii: intalti kiristaana turte islaamoytee yoo heerumte nama tokko wokkalattee , heerumni kun maal jedhama. ?

 

 

 

 

Deebisaa: namni dhalaa kiristaanaa fuudhuu feetuun ati dura islaamummaa irraa waan beeytu if ilaali?. arkaana islaamaa shanan irraa maal beeyta? iimaana irraa maal beeyta?. halaal irraa maal beeyta? haraam irraa maal beeyta? ihsaana irraa maal beeyta? dura iflaali hirrina kee ka qabdu guuttadhu achi booda intala kiristaanaa takka ta diinii irratti isii tiysitu fuudhi . jaahilli tokko ka maqaa islaamaa baadhatu , kan beekkumsa hin qabne intala kiristaanaa takka fuudhuun eega islaamoytee intaluma san islaamummaa irraa baqachiisuudha.  Intala san yoo fuudhuu feete eega islaamoytee, isii sii jecha osoo hin  taane rabbumaaf jecha islaamoyte nikahaan duratti abbaa isii yoo kiristaana tahe akaakoo, obboleessa, adeera laalla. Jara kana keeysa namni islaamaa yoo jiraate isatu hidha. Yoo karaa abbaatii namni tokko hin jirre karaan itti aanu karaa qaadiiti . bakka qaadiin hin jirre yoo taate uulamaa’ii gurguddoo worreen rabbi sodaatan, imaamman masgiidaa fa’a wokkalattee heerumuu ni dandeessi insha allah

 

Dr. Liwaa’ul Isalam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 12
Views: 1351

Kanas dubbisi!

515: Dibatni matatti diddibatan salaata ni balleessaa?
508: Zinaa booda nikahni hidhamu akkami? ilmoon yoo argamte hoo zinaan?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button