header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

535: Namni tokko eega niitii isaa hiikee baatii sagal gahanii walitti deebi’uu ni danda’anii?

Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: Namni tokko eega niitii isaa hiikee baatii sagal gahanii walitti deebi’uu ni danda’anii?

 

 

 

 

Deebisaa: Ee ni danda’an. Haarawatti nikaha godhaniin yoo duraan marroo sadi hiikee hin jiraatin. Yoo ammoo nikahan irraa dhumatee jiraate yoo sadi hiikee jiraate fuudhuu hin danda’u. Yoo wayta hiiku takkaan hiike yookan lamaan hiike amma nikaha haarawaan itti deebi’uu ni danda’a warra isaanii irraa kadhatee, maarii haarwa kenneefii, aruuza haarawa godhee, karaa sanitti deebi’uu danda’a. Yoo ammoo dura sadiiniin ka hikee jiraatu taate irraa guurattee jirti itti deebi’uu hin danda’u.

Sheikh Abdurrahmaan Shariif

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 56
Views: 4868

Kanas dubbisi!

556. Fedhiin qunnamtii saalaa humnaa ol natti tahe, barnootaafi dalagaallee na dhoorke. Maal godhuu qaba?
524: Nikaha malee daa’imummaan dubra heerumte tawbaan isii maali?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

4 Comments

  1. As wr wb hiribba rafee yoon solataa dabarsee asira ykn magriba ka ee isan dabarsee san duraan busaa moo isumn irraatti ka ee san soladhee yeroon xumuree ittin debi a addan nabasaa sheikh

  2. Assalaamu alaykum worahmatullahi wobarakatuh…
    Gaafiin kiyya…
    1. Haatimanaa kiyya obbolaakoo dhiiraa hunda, angafa koofi quxisuu koollee baqachuu qabdii?
    Mee ifa naafgodhaa

  3. Nikahaa 3 irraa tokko qofaan yoo hikee fii deebi ee waalin jirachuu yoo fedhee osoo nikaha lama irraa qabuu warraa ishee eyamsisee nikahaa irraa bu ee san debisee hidhaata?
    Deebii isiin irraa egaa inshaa allah

  4. Shukran jartii tee ta nikaha irraa qabdu ka ilmo irraa qabdu yo waraa issanii demte wari achiti hambisee amo gafaan demtuu maslufaa issii nuti dandaha jedhani achuman hambisani waga 2 yokan 1 turtee osso sitii hin himin qadiin nikaha irraa hikee nama biratii herumuu ni dandahama ?

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button