header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

632: Namni waan irratti salaatan namaaf bite maal argata?

Estimated reading time: < 1 min

Namaatu sijaada naaf bitee jennaan; ummanni ammoo ajriin salaata teetii cufti nama sidaajaa siif biteef deemti naan jedhani, kuni akkami?

 

 

Jalqaba nama waa hin beekne hin gaafatinaa. Rabbiin akki jedhu “Fas’aluu ahla zikri in kuntum laata’ilamuun” wanta hin beekne warra waa beeku gaafadha jedha malee; wallaalaa gaafadhaa hin jedhu. Rabbiin waa hundarratti dureeysa. Wanti bakka kanatti Ajrii tee nama biraatiif si jalaa kannuuf hin jiraatu. isaaf ajruma waan inni siif godhee (huccuus tahu sijaadaa) sanumaatu isaafis deemaaf malee, Ajriin salaata keetii guutti teetuma. Yoo dhiistes suma qofatu itti gaafatama.

 

Dr. Liwaa’ulislaam

Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 59

Kanas dubbisi!

633: Salaata Halkaniitiif Azaanni ni jiraa?
629: Eega salaatee booda huccu tiyyarratti najisa arke
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button