header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

642: Kaardii Mobaayilaa 1 bitee dogongoraan 2 naaf kenne. maal godhuu qaba?

  • Home
  • Haqa Namaa
  • 642: Kaardii Mobaayilaa 1 bitee dogongoraan 2 naaf kenne. maal godhuu qaba?
Estimated reading time: < 1 min

 

Yoo Kaardiin sun lama tahuu hogguma inni siif kenne san kan beektu tahe, badii hojjattee jirta. Kanaafuu galchuu qabda. Yoo namtichi siif gurgures dogongoraan siif kennee atis dogongoraan siif kennuu eega achii fagaatte beekte; yoo dukkaanni namtichaa dhihoo tahe deebisiif. yoo ammoo dukkaanni fagoo tahee akkasumas maallaqni ati taaksiif baastu kan kaardii kan caalu tahe; hanga kaardii sanii isaaf niyyadhuu sadaqaa kenni.

 

Dr. Liwaa’ulislaam

Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 449

Kanas dubbisi!

656: Nama waa namaa kennee namatti gaabbu akkam godhan?
630: Mallaqa Biyya Alaatti Liqeeffadhe Yoo Biyyatti Gale Akkamitti Deebisa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button