header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

682: Ummanni Nabi Muhammad SAW dura turan shahaadaa akkamitti jedhan?

  • Home
  • Aqiidaa
  • 682: Ummanni Nabi Muhammad SAW dura turan shahaadaa akkamitti jedhan?
Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Nuti arraan tana arkaana islaamummaa kan duraa ‘laa ilaaha illallaah Muhammadan rasuulullaah’ jenna. Warri dur hoo akkamitti jedhaa ture?

 

 

Ambiyoota, Rusultotaa fi ummata Muslimaa Nabiin duraa biratti Rabbi tokkichoomsuu irratti garaagarummaan hin jiru. Nabiyyoonni hundi ‘Rabbii tokkicha gabbaraa’ jedhanii barsiisaa turan. Kanaafuu Ash’hadu An laa ilaaha illallaah kan jedhurratti walii galu. Garuu wa anna Muhammadan Rasuulullaah kan jedhu bira hin jiru. Ambiyoota keessaa kalimaa Shahadaa lamaan keessatti maqaa Rabbiititti aanee maqaan dubbatame maqaa Nabi Muhammad SAW qofa. Maqaan Nabiyyii biraa kan maqaa Rabbiititti aanee dhahame hin jiru.

 

Dr Liwaa’ul Islaam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 109

Kanas dubbisi!

654: Nama raagu bira dhaqanii dawaa fudhachuun akkamitti laallama?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button