header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

94: Namni soomanaa qaama dhiqachuun maal qaba?

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Namni tokko qaamni isaa oowwee takkaahuu dadhabbii qabaatee yoo qaama dhiqachuu fedhe, takkaahuu yoo huccuu jiisee mataarra kaayyate maal qaba?

 

 

Deebisaa: Walumaagalattuu soommana keessa ilkee suwaakkachuun, qaama dhiqachuun akkasumas huccuu jiisanii mataa irra kaayyachuun waa takkallee hin qabu. Akkuma san hospitaala dhaqxee dhiiga kee lilmeen sirraa fuudhanii si laaluun wama takka hin qabu. Fayya dhabaadhaaf yoo dhiiga kennite ammoo ykn yoo koobbatte soomanni sirraa bade.

 

 

Dr. Liwaa’ul Islaam

Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 146

Kanas dubbisi!

107: Eegaan salaata fixeen najisa firratti argee maaliin godha?
84: Tayammumni Janaabdaa namarraa buusaa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button