header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

81: Haadhaafi Abbaa kiyyarraa hajjii godhuu dandahaa?

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Abbaa kootiifi haadha koo warra dulloome irraa yoon hajjii godhe akkami?

 

Deebisaa: Haadhaafi abbaan kankee yoo addunyaa qabaatan, addunyaa isaaniitiin ufirraa godhuun isaan irratti dirqama. Ati isaan irraa godhuu hin dandeessu. Yoo isaan addunyaa hin qabaannee miskiina ta’an hajjiin irratti hin wajjabne. Waan biraa isaan tajaajiluu, mana ijaaruufii rakkinna isaan qaban laalii godhiif. Yoo isaan filatanii hajjima nu geessi siin je’an, ati ajrii ni arkattaa isaaniifillee gargaarsa taataa Rabbii sirraa haa qeebalu. Isaan fiddee goosisuus ni dandeessa; namallee maallaqaan irraa goosisuu ni dandeessa.

 

 

Dr. Liwaa’ulislaam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 83

Kanas dubbisi!

104: Ani fira hin qabuu akkamittiin hajjii godha?
80: Ilma Adeeraa ka jaartii qabu wajjiin Hajjii godhuun ni taatii?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button