header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

31: Qabeenyi namaa yoo na bira jiraatee abbaa dhabe akkam godhuu qaba?

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Geeleen tiyya takka huccuu amaanaa na biratti dhiiftee eega dhabamtee amata tokkoofi wayii maal godhuutu narra jira?

Deebisaa: Amaanaan waan Rabbiin jabeesse keessaa takka. Rabbiin, amaanaa dachiifi samitti kennee dachiifi samiin didanii ilmi namaa baadhate. Amaanaan xiqqoo guddoo hin qabduu garuu, waan akka huccuu takkaahuu waan rakkinna nama san irra hin fidne, ka sirrattillee wamaa hin fidne, baatii jahaa hanga amata tokkoo eeguun dirqama. Yoo wanni sun ammoo waan wamaa keessa hin jirre huccuu xixiqqoo dullattii taate, baatii jaha eeydee yoo dhabde bakka khayrii geessitee isiidhaaf sadaqachuu ni dandeessa. Yoo Rabbiin wal isin garsiise ammoo “waan san si eegee dhabeetiin siif sadaqadhee yoo jaalatte jaalattee yookiin ammoo siifin kafala” jechuu qabda.

Dr. Liwaa’ulislaam

Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 87

Kanas dubbisi!

47: Mana yataamaa seenanii nyaachuun akkami?
16: Rabbiif jecha dhiisutu caala moo, haqa kiyya barbaadatutu caala?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button