balaa_ibiddaa
-
Odeeyfannoo

Masjiidu Towfiq kan Magaalaa Minneapolis keessatti argamu balaa ibiddaatiin miidhamuu gabaafame
Masjiidni guddaan Hawaasa Oromoo kutaa Minnesota magaalaa Minneapolis keessatti argamu, kan Towfiq Islamic Centre jedhamu sababa hin beekamneen gubachuu gabaafame.…
Guutuu Dubbisi » -
Awustraaliyaa

Ibiddi Bosona Awustiraaliyaatti qabate lubbuu namaa fi qabeenyaa heddu galaafataa jira
Haala qilleensa yeroo ammaa Awustiraaliyaa keesstti akka malee ho’aa ta’een wal qabatee, ibiddi kutaalee biyyattii gara garaa keessatti ka’e bosona…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Balaan Ibiddaa Giriik keessatti ka’e yoo xiqqaate lubbuu nama 60 galaafate
Balaan Ibiddaa kun kan ka’e magaalaa Matiis jedhamtu tan naannawa magaalaa guddoo Ateensitti dhihaattee argamtuutti yoo tahu,balaa kanaan lubbuun namoota…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Baankiin daldala Ityoophiyaa Damee Yaabballoo Ibiddaan gubate.
Baankiin Daldala Itoophiyaa (ንáŒá‹µ ባንáŠ) Godina Booranaa magaalaa Yaaballootti argamu halkan kana naannoo Sa’aa 5:30 (11:30 PM) ibiddi kan itti…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

-
Odeeyfannoo

Alhamdulillaah! balaan ibidda Masjiida Anwaar too’annaa jala oolee jira.
Anwar Masjid UPDATE: ALHAMDULILLAAH balaan ibidda Masjiida Anwaar too’annaa jala oolee jira. Balaa kanaan dukkaanonni hedduu fi Kuusaan dhadhaafi…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Buufatni Raabsaa Humna Elektrikii Sokorruu balaa Ibiddaatiin gubate
Buufatni Sokorruu, humni elektrikii hidha laga Gibee tokkoffaa fi lammaffaa irraa maddu kan itti kuufamu yoo tahu, balaa ibiddaa ganama…
Guutuu Dubbisi »







