Piraanhaa
Piraanhaan sanyii qurxummiiti. Maqaan piraanhaa jedhu afaan biraaziliitiin “Qurxummii ilkaan qabu” jechuudha.!-->…
Electric Eel (Qurxummii Elektirikaa)
Uumaan Rabbii keenyaa laakkawamee hin dhumu. Hardha uumama addaa tokko isin daaw’achiisna. Rabbiin keenya waan!-->…
- Advertisement -
Dusky Dolphin
Uumamni hardhaaf ilaallu gosa qurxummiiti. Maqaan isaa Afaan ingiliffaatiin Dusky Dolphin jedhama. Uumamni kun!-->…
- Advertisement -
Biyya Muslimoota hedduu fi aadaawwan islaamummaa…
Indooneezhiyaan biyya baay’ina lammiilee Muslimaatiin beekamtuudha. Ummata isiin qabdu keessaa dhibbentaan 90 ol!-->…
- Advertisement -
Gammoojjii Sahaaraa
Rabbiin (SW) dachii tana keessatti haala qilleensaa garagaraa uume. Qilleensi naannoo garii qabbanaawaa yoo ta’u,!-->…
- Advertisement -
Bishaan walitti hin makamne
Wanti harkaa qaban, sadarkaa guddaa qabaatus, sadarkaan isaa namatti hin mul’atu. Qur’aanni Kabajamaan Rabbi biraa!-->…
- Advertisement -
Waa’ee Dhukkuba Kaansarii irraa kana beeytuu?
Dhukkubni waan gammachuu namarraa mulqu keessaa isa tokko. Namni dhukkubsate, mallaqa miliyoonaan lakkawamus!-->…
- Advertisement -
Kanniisa (Bee)
Maqaa kanniisaa yoo kaasnu, hundi keenya waahee dayma isaa yaadanna. Daymi fayyaa ilma namaatiif akkaan!-->…
- Advertisement -
Al Nakbaa (Gaaga’ama)
Badii addunyaan argitee akka waan hin arginee irraa dunuunfatte. Ta gurraan haalaan dhageessee akka waan hin!-->…
- Advertisement -
Adaba Iidaa
Ramadaana tokko jennee jalqabne amma gara xumuraatti dhihaannee jirra. Torbaan sadih dura yeroo seenu fagoo nutti!-->…
- Advertisement -
Bosona Amaazoon
Ilmi namaa waan magariisa haalaan jaalata. Qorannoowwan hedduun akka mul’isanitti cuquliisatti aanuun sadarkaa!-->…
- Advertisement -
Ardii Antaarkitikaa
Dachiin irra jiraannu tun haalaan guddodha. Dachii tana dhibbeentaan 75 ol bishaaniin uwwifamee jira. Ardiileen!-->…