header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

284: Salaata keessa yoo madaan dhiige salaanni sun akkam ta’a

  • Home
  • Salaata
  • 284: Salaata keessa yoo madaan dhiige salaanni sun akkam ta’a
Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Namni tokko yoo salaata keessatti finniisa tuqee mala’ee dhiigni irraa bahe ka dhiiga ufirraa fidu taate salaanni isaa maal ta’aa?

 

 

Deebisaa: Dhiiga, najisa moo najisaa mitii  kilaafatu keessa jira. Ulamaa’iin irra hedduun najisa jedhan. Ulamaa’ii keessaa dhiiga, haqqee fi fakkaataan isaa najisaa mitii warra jedhantu jira. Garuu warrummaan dhiigni najisa jedhan sunuu, dhiigni xiqqaan tokko yoo namarraa bahee wayaa tuqe, awfii godhanii irra dabran. Salaatallee humaa hin godhu, huccuu tanteellee yoo tuqellee humaa hin godhu.

 

Sheikh Abdurahman Shariif

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 241

Kanas dubbisi!

288: Nama baadiyaa keessa jiraatuu fi poolisii sodaaturra salaatni jama’aa waajibaa?
280: Salaata Fajrii booda sunnaan jiraa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button