header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

285: Dhiira ajnabiif nyaata dhiheessuun danda’amaa?

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Ramadaana keessa dhiira ajnabiidhaaf nyaata qopheesseefii mana tokko keessa gallaa isaan waa tokkoo naaf hin ta’anii nyaata qopheesseefii kennaafii diliin narra jirtiihii?

 

 

Deebisaa: Yoo walitti laaqamuun hin aragmin dilin sirra hin jirtu. Dubartiin takka dhiira ajnabii keessa jiraachuun akka shari’aa islaamatti haraama. Yoo walitti laaqamiinsi hin jiraanne, dallaya tokko keessa galuun rakkoo hin qabu. Isiin nyaata isaanii qopheessitee, hulaa dura isaanii kaayuu dandeessi. Isaanillee bakka sanii fudhatanii yoo nyaatan humaa rakkoo hin qabu. Garuu dubartiin, dhiira hagas geettu keessa kophaa isii jiraachuun dubbii jabduudha.

 

 

Sheikh Abdurahman Shariif

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 129

Kanas dubbisi!

286: Hiriyyaan wal lolee araarame haala kamiin jiraatuu qaba?
282: Dhalaa kaafiraa fuudhuun ni danda’amaa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button