header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

287: Mallaqni gaafa ijoollummaa lafaa arganii dhoysanii nyaatan akkamitti ilaallama?

  • Home
  • Haqa Namaa
  • 287: Mallaqni gaafa ijoollummaa lafaa arganii dhoysanii nyaatan akkamitti ilaallama?
Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Mallaqa wayii lafaa argadhee birri 35 ka gahu gaafa san umriin kiyya kudhanii warra keenyarraa dhossee ijoollee saahibban wajjiin nyaadhee.

 

 

 

Deebisaa: Abbaa mallaqaa san yoo ka beeytu taate ni galchitaaf. Yoo ammoo abbaa mallaqa sanii hin beeyne taate, haga mallaqa sanii ammatti sadaqaa isaa gootaaf. Kana hundaa ka hin beeyne yoo taate humaa sirra hin jiran. Garuu fuulduraaf yoo nama mallaqa san gaafatu argite, yoo namni mallaqni sun kiyya jedhu argamu taate, horii san ni baafataaf. Gaaf sani inumaayyuu diliin sirratti hin barreeffamnee ati ijoollee xiqqashoodhaa wanni sirratti jiru hin jiru.

 

 

Sheikh Abdurahman Shariif

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 49

Kanas dubbisi!

291: Hojii dallaalaa irratti hirmaatuun danda’amaa?
281: Qabeenyi haadha warraa waliin argatan, yoo wal hiikan akkam godhama?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button