header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

295: Namni rahiimummaa mure akkami

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: namni tokko yoo obboleetti isaatiin waldhabee rahiimummaa sana muree yeroo fagoo walirraa ture akkam ta’uu qabaa?

 

 

Deebisaa: namni tokko rahiima muruun dubbii jajjabduudha. Haqiiqaan rahiima muruudhaa dallansuu rabbii fiddi. Kanaafuu obboleeyyan islaamaa, waan akkasii san, guddoo ufirraa eeguu qabna. Bakka jirutti namni hundinuu dogongora ufii yoo arge, addunyaan hardhaan tana ganda takka taatee jirtii araaramaafii walii bira dabruufi walii dhiisuu barbaachisa.

Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 107

Kanas dubbisi!

304: Muuziqaa dhaggeeffataa, booda salaatuun taatii
294: Dhiiraa fi dhalaan bilbilaan waliin haasawuu danda’uu?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button