header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

304: Muuziqaa dhaggeeffataa, booda salaatuun taatii

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Namni tokko yoo ka muuziqaa dhageeffachuu hin dhiifne fiilmii laaluu hin dhiisne nama hamachuu hin dhiifne salaata salaatuun isaa maal faayidaa qabaa? Yoo salaataatuma irraa bahaatuma muziqaa dhageeffatan yoo fiilmii kama laalan ta’e akkami salaata isaanii ni balleessaahii?

 

 

 

 

 

Deebisaa: Salaanni isaanii yoo seera isaanii guuttatee jiraate salaata isaanii hin balleessuu salaanni numa ta’aa garuu maasiyatu itti deemutti jira. Fitnaa akkasii san ufirraa dhiisuun barbaachisadha. iimaana namaa ajjeesa.

 

 

 

Sheikh Alii Jimmaa

Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 605

Kanas dubbisi!

308: Namni Zinaan dhalate, dilaawaadhaa?
295: Namni rahiimummaa mure akkami
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button