header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

297: Nama na dalgsiifatu jalaa baduun akkami

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: osoo warri dalagaa na dalagsiifatu hin beeyne bakka dalagaa irraa baqadhee.

 

 

 

Deebisaa: tuni zulmiidha. Warra kafiila jalaa baqatu ka rakkinnaaf baqatuu fi ka baldhinnaan baqatu jidduu waa heddutu jira. Ka kafiila jalaa nama baasuu fi ka ufiifuu kafiila jalaa baqatee deemu sunilleen zulmiidha. Eega horii kafalanii jarri nama yaamaniitii isaantu haqqii qaba. Yoo zulmiin jiraatte gara barbaachisaa ta’etti himatan malee, jalaa baqatanii zulmii godhuun hin ta’u.

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 26

Kanas dubbisi!

298: Qabeenyi mootummaa yoo nama harkatti bade akkami
296: Qabeenya abbaa irraa dhabee nyaadhe, akkam godha
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button