header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

298: Qabeenyi mootummaa yoo nama harkatti bade akkami

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Yoo nama dalagduu mootummaa tokko harkatti horiin tokko bade, garuu horii guddaa zulmiin bahanii yoo irra kaayan, horii san ni kafala moo hin kafalu?

 

 

 

Deebisaa: Waan isarratti bade ni kafalaa, waan zulmii hin kafalu. Horiin horii mootummaa ta’us, horii hawaasaa ta’us namni tokkoo horii namaa nyaachuun hin hayyamamu gara fedheenuu taanaan. Yoo dhugaadhaan nyaatee jiraate, horii san Kafaluudha qaba. Yoo zulmiidhaan irra kaayanii jiraatan ammoo, waan zulmiidhaan irra kaayamee jiru karaa ittiin ufiraa dhoorkuun haa barbaadatuu.

 

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 107

Kanas dubbisi!

300: Horii bade nama biratti yoo argan, akkam godhan
297: Nama na dalgsiifatu jalaa baduun akkami
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button