header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

303: Saffiin akkam ta’uu qaba

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Saffaan namaa yoo qajeeluu baate yoo ka walitti hin baxxanne akkamii?

 

 

 

Deebisaa: Baaba saffii keessatti Rasuulli Rabbii ? dhaamsa jajjabduu dubbatanii jiran. Saffiin qajeeluun barbaachisa. Akka maleeykaatti saffii godhaa, aboo ani duyda duubaan isin argaa beekaa, namni saffii jallatellee salaanni isaa hin guutamu jechatu jira. Saffii guututu barbaachisaadha yoo imaama tokkoon wajjiin salaataa jiraatan.

 

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 42

Kanas dubbisi!

304: Muuziqaa dhaggeeffataa, booda salaatuun taatii
302: Hajjiif umriin daangaa godhame jiraa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button