header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

334: Namni Soomanuuf Nazrii godhe, yoo haajaan hin guunneef akkam godha?

  • Home
  • Soomana
  • 334: Namni Soomanuuf Nazrii godhe, yoo haajaan hin guunneef akkam godha?
Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Nazriin soomanaan nazzarre akkam ta’aa? Yoo haajaan tiyya hin bahin sooma san guutuun narratti dirqamaa?

 

 

 

Deebisaa: Nazriin hogguu takka Rabbiif seenan haajana baate moo bahuu baattee inuma soomanan, nazriin Rabbii deeyniidhaa guutuun dirqama.

 

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 7
Views: 646

Kanas dubbisi!

389: Qadaan soomanaa yoo namatti baay’ate akkam?
324: Dhiigni aadaa yoo namatti dhufe, dawaan ofirraa dhoowwuun taatii?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button