header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

389: Qadaan soomanaa yoo namatti baay’ate akkam?

Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: biyyatti gaafa aadaa qabnu hin soomannu . Ramadaanaaf qadaa baasuun yeroo biyya arabaa dhufellee yeroo dheeraa nyaadhee soomanaa fi hojii wolitti dadhabee haga nyaadhee fi haga dhiisellee hin beeku ?

 

 

 

 

 

 

Deebisaa: qiyaasa godhiitii akka isiin irra dabartu tokkotti qiyaasa godhii soomii of irraa baasi. Haadiisa aa’ishaa keessatti (RA) Aa’ishaan  waan jettu salaata qadaa hin baafnuu sooma qadaa baafnaa jette. Sooma wonni qadaa baasaniif fursaatu jira. Laakin  salaanni waan guyyaa kamuu dhufuuf jecha salaata qadaa hin baaftuu jette  akkasuma shari’aan islaamaa obboleeyyan islaamaa waan haqa rabbiitiif waajiba rabbii taate of irraa kafalaa jedha

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 4
Views: 417

Kanas dubbisi!

404: Ramadaana keessa of tuttuqee maniyyiin narraa bahe akkam?
334: Namni Soomanuuf Nazrii godhe, yoo haajaan hin guunneef akkam godha?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button