header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

337: Salaata keessatti yoo dogoggorri argame akkam?

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Salaata kiyya attahiyyaatuu duraa irraanfadheetiin olka’ee maaltu narra jiraa??

 

 

 

 

Deebisaa: Salaata kee xumura irratti sujuudussahwii bu’i humaa sirra hin jiru. Yeroo lama sujuuda buunaan salaamata baafatta. Maaliif jennaan wanni ati irraanfattee olkaate attahiyyaatuun duraa sun waajibaatussalaati jedhanii sujuudussahwiin siif qabama. Yoo ammoo silaa ka irranfatte arkaan silaa ta’e waan sani fixxu malee siif hin qabamu.

 

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 103

Kanas dubbisi!

338: Ruku’arratti salaata dhaqqabachuun akkam?
335: Hajjiin akkamitti harramatan?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button