header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

342: Namni haadha warraa hiikee, osoo iddaa hin dhumatin deeffachuu danda’aa?

  • Home
  • Dubartii
  • 342: Namni haadha warraa hiikee, osoo iddaa hin dhumatin deeffachuu danda’aa?
Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Namtichi tokko yoo jaartii ufii xallaqe haga iddaan hin dhumatin dura hayyama isii malee si deeffadhe jechuu danda’aa?

 

 

Deebisaa: Ee jechuu danda’a. Hayyama isiitiittillee hin haajamu. Shaahidattillee hin haajamu. Raja’atu jennaan ni ta’a jechuudha. Si deebise jennaanis ni ta’a. Hattaa yoo afaaniin hin jedhin yoo jaartii isaa argee waliin rafelleen sunuu si deebisetti niyyatee ni ta’a. Haga iddaan hin dhumannetti yoo dhaqqabee jiraate akkas ta’uu qaba. San seera keessa hubachuun barbaachisa. Tokko hiikamnaan lamatu hafeefii, lama hiikamnaan takka hafeefii, ka namni keenya xalaaqaan taa’ee tattaphatu sunillee hubatamee beekamu qaba.

 

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 182

Kanas dubbisi!

343: Walitti dhufeenyi dhiiraa fi haadha niitii isaa hanga yoomiiti?
340: Diliin intala gara biyya araba erguu, eenyurra jira?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button