header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

344: Iqaamaan masjiidatti godhamu, nama manatti salaatuuf ta’aa?

  • Home
  • Ibaadaa
  • 344: Iqaamaan masjiidatti godhamu, nama manatti salaatuuf ta’aa?
Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Olla masjiidaatti salaannaa iqaamaa yoo ka godhan taate nuti olla sanitti jala iqaamaa sanii garuma salaata waajibaatti dabarra moo sunnaa keenya salaatuu dandeenya.?

 

 

 

Deebisaa: Iqaamanuu iqaamuu baatanuu, ati yoo ka dura salaatamu taate dura sunnaa kee salaatii eegasii waajibuma kee salaati. Iqaamaan masjiidaa godhamu dubartii hin laalchisu. Yoo dubartoota masjiidaan walitti hidhaa qaban ka itti hidhachuun isaanii hayyamame taate malee.

 

 

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 108

Kanas dubbisi!

345: Takbiiraan salaataa akkam?
341: Hajjii namni deemuu fedhu, bakka kamirraa harramata?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button