header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

369: Dhalaan if kennuu (if heerumsiisuu) dandeessii?

Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: intalti dhalaa takka yoo heerumuu feete if kennuu ni dandeessii ? wonni intala dhalaa takka heerumuu dhoorgu hoo maali?

 

 

 

 

 

Deebisaa: ta duraa intalti dhalaa takka if kennuun hukmii shari’aa keeysatti  fa’ayyumamra’atin nakahat nabsahaa fanikahhuwa baaxilun jedhan   nabiin keenna ? nikaan isiin gootu sun zina jechuudha yoo ifkennite ani takkaahuu heerumeetiin ture if kennuu ni danda’a jedha nadhoon gariin kunis intalti dhalaa takka waan kana haa beektuu kana irraa fagaachuu qabdi . Kanaaf jecha intalti dhalaan takka harraan tana gaafa arra if kennite boru rakkoo dhuftuuf akkam jettee rakkoo dhuftuuf cinqii dhuftu na cinaa dhaabbadhaa jetti duuba? Kanaaf jecha intalti muslimaa takka hoggaaniif heeruma feete bitaa mirga isii duraa booda waa hunda laaltu malee yeroo keeysa jirtu faaruu fi haasawa gurbaatiin dagamtee lubbuu isiitti hin taphatin

 

Dr Liwaa’ul Islaam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 174

Kanas dubbisi!

370: Sharxiin nikahni intala takkaa itti godhamu maali?
368: Intalti hoggaa heerumtu namni isii nikaha godhuu dandahu meeqa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button