header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

390: Intalti abbaa isii diddee gurbaa kaafiraa jala dabarte akkam?

  • Home
  • Bultii
  • 390: Intalti abbaa isii diddee gurbaa kaafiraa jala dabarte akkam?
Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: intalti tokko abbaa isii diddee gurbaa kaafiraa tokko jala dabartee abbaan isiillee irraa dhoowwee dadhabee akkamii?

 

 

 

 

 

Deebisaa: yoo abbaan irraa dhoowwuu dadhabee haga danda’u tattaafatee jedhe, maasiyaa fi diliin isiidhuma irratti deebi’a malee gara biraa hin deemu

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 113

Kanas dubbisi!

391: Namni intala dubrummaa isii inni fuudhe dhabe akkam qabaa?
388: Yoo faamiliin intalaa qofti natti heerumsiisan rakkoo qabaa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button