header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

407: Kaafiilli tiyya iqaamaa naarraa balleessite anilleen jalaa bade akkam woyya?

  • Home
  • Bultii
  • 407: Kaafiilli tiyya iqaamaa naarraa balleessite anilleen jalaa bade akkam woyya?
Estimated reading time: 1 min

Gaaffii: kafiila kiyya jalaahin baye , amata kiyya guuttadheetiin kafiila kiyya jalaa bahe osoo ruqsaa hin godhatinii tanaazula osoo irraa hin fudhatinii , isiinilleen iqaamaa kiyya balleessitee malli kiyya maalii , iqaamaa abbaa manaa kiyyaallee balleessitee , yoon rabbiin itti kadhadhe dilii qabaa?

 

 

 

 

 

 

 

Deebisaa: yoo isiin si zallamtee jiraatte ka ati haqqii isiitiin hin deemin rabbi itti kadhachuu ni dandeessa , iqaamaa sirraa balleessuun zulmii dha hin taatu jechu , ammoo akka ati duuba nasiihaa naa godhaatii isiillee nasiihaa godhaafii jettu bareedaadha yaadni sunilleen  , ulamaa beekkamaa rakkoo kana itti himattee ulamaa achi jiru ka isaanii san worri woljalaa dhagayanii ka isaanii saniin godhuufiin barbaachisaadha yoo ammoo inshaa allaah ulamaadhuma keenya biyya arabaa sana keessa jirtu worra isaaniin beeku yoo itti qara’anii hadiisaa quraanaa zulmiin akkasii hammeenya qabdu rabbi sodaadhaa jechaadhaan akkasitti godhan homaa hin qabu akkas godhaniillee sii haa qajeelchanii , inshaa allah rabbi sii haa laaffisuu

 

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 2
Views: 212

Kanas dubbisi!

408: Jaartiin ajaja jaarsaa diddu hukmiin isii maali?
405: Yoo namni tokko ilmoo ofii kana nizaama itti godhuu fedhe akkamii?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button