header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

413: Dubartiin dhaabbattee wudu’achuu ni dandeettii?

Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii :Dubartiin dhaabbattee wudu’achuu, harka isiitiif miila isii dhaabbattee dhiqachuun ni danda’amaahii?

 

 

 

 

 

Deebisaa : Humaa hin qabu. Wayta wudu’attu dhaabbattee wudu’atteef teeytee wudu’atteefuu huma takkallee rakkoo hin qabu. Bakka namni ajnabiin jirutti yoo ka wudu’attu taate uf sattaruu qabdii owuraa ufii miila isiitifii, harka isii akka warri ajnabii hin argine bakka isiif maltu tokkotti bakka akksiitti wudu’achutu barbaachisaadha. Garuu dhaabbattee, teessee wudu’achuu humaa hin qabuu.

 

 

Sheik Abdurrahmaan Shariif

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 266

Kanas dubbisi!

414: Dhalaan Muslimaa dhiira ajnabii irraa mallaqa fudhachuu dandeessii?
412: Dubartiin rifeensa isaanii ol fuudhanii hidhuun ni ta’aa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button