header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

424: Maniyyii fi maziyyiin maal adda jira?

Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: Hukmiin bishaan maniyyiitiif maziyyi wanni jedhamu maal adda jiraa?

 

 

 

 

 

 

Deebisaa: Bishaan maniyyii qoodni isaa sadi sifa sadiin beekama. Bishaan Rabbi ilmee irraa uuma kana baana. Bishaan furdaadhaa, bishaan namatti dhagahamee bahuu, bishaan hedduudha. Bishaan akka maziyyii san xiqqoo miti. Maziyyiif maniyyii wanni inni gargar jiruun; bishaan maniyyii najaasummaa hin qabu. Garuu dhiqachuun dirqama. Yoo bishaan maniyyii kun ka inni sifa sadeen kanaan bahe huccuu ittiin bulte fa’a irraanfattee ittiin salaatte eeguma dhiqattee kaate najaasummaa isaatiif hin rakkatin. Inni najaasa mitii qulqullu maaliif jennaan uumaan ilma namaa najaasaa ta’uu hin danda’u. Ammoo wanni najaazummaan beekame maziyyiifii wadiyyiidha. Isiin ammoo dhiqannaa hin wajjabsiiftu najaasummama qofa ufirraa dhiqani. Akkuma fincaanii wudu’a cabsiti malee najaasummadha qabdi malee dhiqannaan akka maniyyii sani hin wajjabsiisuu.

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 8
Views: 705

Kanas dubbisi!

425: kaffaaraa ramadaanaa abbaa manaa ti moo haadha manaatu soomuuf dirqama?
412: Dubartiin rifeensa isaanii ol fuudhanii hidhuun ni ta’aa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

2 Comments

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button