header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

455: Dhiigni da’umsaa najisa moo xahaara? yoom dhiqatamuu qaba?

  • Home
  • Dubartii
  • 455: Dhiigni da’umsaa najisa moo xahaara? yoom dhiqatamuu qaba?
Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: Dhiigni aadaa takkii dhiigni da’umsaa najaasa moo xahaaraa? Dubartiin takka yoom dhiqattii?

 

 

 

 

 

Deebisaa: Shariyaan islaamaa namni xuriin aadaa itti dhufe ykn dhiigni dahaa itti dhufe gaafa irraa qulqulloofte dhiqattee salaatti afurtama wanni jedhan hin jiru, afurtama wanni eeggatan hin jiru. Kanaafuu dhiigni irraa qulqulloofnaan dhiqatanii salaatuu abbaa manaa ufii wajjiin jiraachuun shariyaan ni hayyamaa rakkoon hin jiru.

 

Sheikh Alii Jimmaa

 

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 3
Views: 345

Kanas dubbisi!

458: Maatii kiyya akkam godha ani amma islaama ta’ee islaamatti heerumuu fedhaa?
453: Aannan Harma dubartii xahaaraa balleessaa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button