header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

456: Horii nama kaafiraa nyaadhe akkamitti deebisaafii?

Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: Yoo horii nama islaama hin ta’inii nyaadhee jiraadhe akkamitti deebisaafii? Hin sadaqaaf moo masaajidatti baasaaf moo akkam godhaa?

 

 

 

 

 

Deebisaa: Yoo namtichi duniyaa irra akka hin jirre beeyte maatii isaa barbaadii itti kenni, yoo maatiin isaa hin jirre humaa dabarte suni wanni sadaqaniif wanni aakiratti isa dhaqqabdu hin jirtu. Du’uun isaa erga hubatamee jechu.

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 106

Kanas dubbisi!

464: Nama yoo dalagaa naqee waa irraa fudhadhe akkamii?
442: Kijibaan kakachuufi haqa namaa nyaachuun akkam?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button