header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

457: Biyyeen haa na nyaattu woliin jechuun akkami?

Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: Warri baadiyaa biyyeen haa na nyaattu biyyeen maal haa na taatu jedhanii yoo karatti walitti dhufan jechi sun akkamii?

 

 

 

 

 

 

 

Deebisaa: Namni jaahilummaa keessatti lubbuu ufii abaaruun hin jiru, garuu jechi hammeenya hin qabne ka badii hin qabne humaa hin qabdu.yoo anaa dhufuu, akkana yoo jedhan, anaa jiratuu fa’a yoo jedhan, Ani haa baduu akkam jirtanii yoo jedhan aadaa arraba irratti dubbatamtu yoo taate rakkoo hin qabdu. Badii haqiiqaa sanii miti ka itti fedhame jechuudha humaa rakkoon hin jiru inshaallah.

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 80

Kanas dubbisi!

464: Nama yoo dalagaa naqee waa irraa fudhadhe akkamii?
456: Horii nama kaafiraa nyaadhe akkamitti deebisaafii?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button