header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

475: namaa fi beeladatti qara’uun akkam?

Estimated reading time: 1 min

Gaaffii: Horiin beeladaadhaa kan ani tajaajilu kun re’eef hoolaa waan adda addaattu keessa jiraa keessaahuu gaala haa ta’uu re’ee, qur’aana itti qara’I  mu’awwadateeynii itti qara’I, takkaahuu bishaanitti qara’ii obaasi akka horii kana ijaan namni laalee hin miine akka ilmoon tun nagayaan dhalattu naan jedhanii wanni kun hukmii shariyaa keessa ni jirtii?

 

 

 

 

 

Deebisaa: Durri nama miidhamee karaa zihrii haa ta’uu miidhaan irra geessee, waan kana dawaan suuratul falaqiifii suuraa mu’awadateeynii lamaan Rabbiin dawaa godheefii ufitti qara’I jechaa karaa godheef dura Nabii keenya ?. Kanaaf wasiyyaallee nabiin nuuf dhaamee, hoggaa rafanis haa ta’uu, salaata shaman boodaanis haa ta’uu mu’awwadateeyniin barbaachisa. Tanaaf jecha Wanni warri dawaadha godhii siin jedhan waa takkallee hin qabu. Suuratul mu’awwadateeynii namarrattis qara’uun horii irrattis qara’uun humaa hin qabu ajajatu itti jira Nabii keenyarraa ?.mataa keetiifis ufiin tiksi hoggaa raftus salaata shaman boodas.

Dr. Liwaa’ul Islam

Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 226

Kanas dubbisi!

476: Maatiin Intalaa gabbara malee sii hin kenninu yoo jedhan isiin maal godhuu dandeessi?
474: Garagaarsaf maallaqa an erge bakkaan naaf hin geenye maalin godha?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button