header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

482: Qabrii keessa kopheen dhaabbachuun/deemuun ni tahaa?

Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: Qabrii keessa kopheen deemuun akkamii? Sheekhotii garii argee ka qabrii keessatti qophee baafatan.

 

 

 

 

Deebisaa: Sun hadiisa Rasuula Rabbii biraa sabatetu jira ?. Yoo qabrii seentan kophee keessan baafadha jechaa yeroo hedduu itti lallabaa ture. Rasuulli Rabbii ? guyyaa tokko qabrii ziyaaree nama tokko ka kophee uffatee qabrii keessa deemu arge, yaa saahiba kophee siftiyaa uffattu kophee kankee baafadhuu qabrii keessa hin deeminii olla keessummaa Rabbii keessa jirtaa jedheen akkasitti namtichi kophee ufirraa baafate. Kanaafuu sheekkotiin gariin akkuma biroo birootti hiikkattii. Kanaafuu daliilli kanatu jiraa; namni qabrii seene tokko qabrii irra taa’uun dhoowwadhaa, qabrii keessa kopheen deemuun dhoowwaadhaa, qabrii irratti salaatuun dhoowwaadhaa, qabrii irra ejjachuunillee akka seera shari’aatti dhoowwadha. Shari’aan akkasi jetti.

 

Sheik Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 382

Kanas dubbisi!

483: Horii du’e gubuun ni hayyamamaa?
476: Maatiin Intalaa gabbara malee sii hin kenninu yoo jedhan isiin maal godhuu dandeessi?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button