header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

523: Fiilmii qissaa ambiyootaa laaluun ni danda’amaa?

Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: Qissaa ambiyootaa laaluun ni danda’amaa?

 

 

 

 

Deebisaa: Ee laaluun ni danda’ama humaa hin qabu. Qissaa ambiyootaa yoo laalteef yoo qaraate takkuma garaagarummaa hin qabu. Garuu wanni beekuu qabdu ka amma televizyiina irratti muldhisanii dabarsan kunniin fakki malee ambiyootaa miti. Rasuulaaf kulafaa’u raashidoota fakkii hin godhanii ni gurraachessan kabajaa isaaniitiif jecha.  Ammoo sahabaa kaaniif ummata kaafiraa ka isaan wal lolaniiniin fakkii godhan kana laaluun ni danda’ama humaa hin qabu. Garuu kun fakiidha malee dhugaadhan nama isaan fakii godhan sani jettee hin amanin.

Sheikh Abdurrahmaan Shariif

 

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 7
Views: 1239

Kanas dubbisi!

530: Waan hin taaneef kakachuun akkami ?
517: Osoo heeydii qabuu sijaadaa irra taa’uu danda’aa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button