header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

525: Maallaqa karaa abbaan maallaqaa hin beeyneen deebisuufiin ni taatii?

  • Home
  • Haqa Namaa
  • 525: Maallaqa karaa abbaan maallaqaa hin beeyneen deebisuufiin ni taatii?
Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: Nama tokko ka mallaqni isaa osoo hin beeyne na seena karaa inni hin beeyneen kunnuufii ni danda’aa moo masjiida geessa?

 

 

 

 

Deebisaa:  Ee ni dandeessa. masjiida hin geessiinii eega abbaa ka beeytu taate yaa aboo horii kanatu akkanatti na waliin deemee hoo jedhii ufirraa kenniif. Yoo ka sodaattu taate karaa inni hin beeyne saniin kenniif.

Sheikh Abdurrahmaan Shariif

 

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 2
Views: 104

Kanas dubbisi!

526: Gaafa xiqqoodhaa haadha tiyyarraa mallaqa hataa ture maal godhuu qaba?
513: Maallaqa ribaan wojjiin jiru zakaan ka irraa hin baane maal godhuu qaba?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button