header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

562. Intala dubraa dirqiin heerumsiisuun akkamitti laalama?

Estimated reading time: < 1 min

Deebisaa: ulaagaa nikaahaa keessaa inni tokko fedhinnaa warra wal fuudhu lameeniiti. Jaalala intalaatiin alatti nikaaha godhuun dhoorkaadha. Osoo isiin ijoollummaa irra jirtu Abbaan isii ykn waliyyiin isii dirqiin yoo nikaaha godhe, qaadii bira dhayxee nikaaha ofirraa buusuu mirga guutuu qabdi. Garuu nikeenni numa hidhama. Qaadii biratti ofirraa buustu malee nama birootti heerumuun hin tahu.

Sheikh Abdussalaam Xaahir

Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 158

Kanas dubbisi!

564. Mahrii malee nikaaha hidhuun akkami?
560. Jaarsi si hiike jennaan deemtee nama birootti heerumte
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button