header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

655: An irraa turraan qaadiin nikaaha buuse

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: intala takka nikaaha naaf godhanii, osoo aruusa hin seenin irraa ture. An irraa turraan maatiin isii qaadii bira geessanii nikaaha irraa buusanii nama birootiif kennan. Haala kana keessatti ana maaltu narra jira?

 

 

Deebisaa: intala takka nikaaha hidhattee osoo wajji hin jiraatin (osoo qunnamtii saalaa hin godhin) yoo biraa deemte, isiin yoo feete torban tokko keessatti qaadii bira dhayxee nikaaha ofirraa buusuu mirga qabdi. Intalti tun nama birootti heerumuudhaaf iddaan laakkayattus hin jiru. Gaafuma qaadiin nikaaha irraa buuse san nama birootti heerumuu mirga guutuu qabdi. Haala kana keessatti wanti ati godhuu dandeeysu hin jiru. Nikaan kiyya irra jira jetteetis falmuu hin dandeeysu.

 

Dr. Liwaa’ulislaam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 801

Kanas dubbisi!

659: Ilmaan Abbeerotaa wal fuudhuun haraami moo halaali?
646: Eega Nikaha hidhannee booda hamtuu irraa arge
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button